Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

ODUU
Oromoon Jiraachuu fi Dhabamuu gidduu jira
Aaf-Gaaffii Jaal A/Caalaa Lataa

ODUU fi Qophiilee Haala yeroo irratti fuulleffatan
READ MORE
ODUU
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Gabaasa Hiriira mormii Barattoota/Qeerroo Oromoo fi
Aaf-gaaffii jiraataa magaalaa Guttin/Guutee

Gaaffii mirgaa uummanni Oromoo waggootii dheeraadhaaf karaa nagana dhiyeessa ture Paartiin Badhaadhinaa humnaa fi humna qofaan furuuf murteessuun isaa seenaa kufaatii abbootii irree mootummaawwan darbaniirra barachuu dhabuu isaa agarsiisa.
READ MORE
Oromoon tokkummaa isaa eeggachuu fi jabeessuu qaba. Duuti Oromoo tokkoo du’a Oromoo isa kan biraa ti. Salphinni Oromoo tokkoo salphina Oromoo hundumaa ti. Oromoon gola Oromiyaa mara keessa jiru marti gamtaadhaan ka’ee, ajjeefamuu fi salphifamuu Oromoo murni Badhaadhinaa Oromoo irratti raawwachaa jiru kana mormuu fi balaaleffachuu qaba. Tokkummaa fi cichoominni keenya bara 2018 keessa mootummaan EPDRF akka of haaressu dirqisiisee ture.
READ MORE
ኦሮሞ አንድነቱን ማስጠበቅና ማጠናከር አለበት። የአንድ ኦሮሞ ሞት የሌላው ኦሮሞ ሞት ነው። የአንድ ኦሮሞ ውርደት የሁሉም ኦሮሞ ውርደት ነው። በኦሮሚያ በሁሉም ማዕዘናት የሚገኝ ኦሮሞ ሁሉ በአንድነት ተነስቶ የብልጽግና ፓርቲ ቡንድ በኦሮሞ ላይ እያደረሰ ያለውን ግድያና ውርደት ሊቃወምና ሊያወግዝ ይገባል።
READ MORE