Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Bifa takkaa addunyaa irratti mul’atee hin beekneen namni waggaa dheeraaf harka Oromootiin jiraate, lafa Oromoo irra jiraatee of bare garagalee saba isa nyaachisee, obaasee ofitti qabee jiraachise gara jabina daangaa darbaa irratti raawwachuun kan addunyaa guutuu ajab! jechisiisuu dha.
READ MORE
Oromos should protect their unity. The death of one Oromo is the death of all Oromos. Humiliation for one Oromo is humiliation for all Oromos. Oromos should rise from every corner and stand against brutality and embarrassment perpetrated by Prosperity Party killing machines. Our unity and perseverance led to change in the EPRDF government in 2018.
READ MORE
ODUU
Ibsa ABO
Gabaasa Hiriira Mormii Barattoota Oromiyaa

Haleellaa xayyaaraa gandoota Ona Begii keessatti raawwatameen namootni 50 ol ajjeesaman
READ MORE
Barattootni Oromoo dhaabbilee barnootaa olaanoo fi sadarkaa garagaraa irra jiran ummata keenya haala mul’atee hin beekneen dhumaa jiruu fi Oromiyaa dhabamaaf geessee jirtu baraaruu fi sagalee waliif ta’uuf gamtaan waliin kaanee haa hiriirru jechuun yaamicha taasisan.
READ MORE