Search Results For ''

  • SBO AMAJJII 19, 2024

    SBO AMAJJII 19, 20240

    ODUU, Amajjii 14/2024 Dilbata darbe hidhattootni PP Ona Saasiggaa ganda Waataa keessaa namoota 50 ol ukkaamsuun haga ammaa garrii geessan hin beekamin jiraachuu jiraattotni SBOtti himaniiru. Dhimma kana irratti jiraataa Ona Saasiggaa dubbisnee jirra.

    Kibba Baha Oromiyaa godina Arsii Bahaa Ona Xiyyoo ganda Boree Cilaalootti maneen ummataa Waranni Biltsiginnaa gube irratti marii jiraatota naannoo fi Bulchaa Ganda Boree Cilaloo Obbo Yiisuu Turee waliin goone ammoo Xumura qophii keenya har’aa ti.

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 17, 2024

    SBO AMAJJII 17, 20240

    ODUU, Kibba Lixa Oromiyaa Godina Bunnoo Baddallee Ona Cawwaaqaatti rakkoo waraanni mootummaa Raayyaa Ittisa Biyyaa jedhamu ummata irraan Gahaa Jiru irratti ummatni komii qabu dhageessisaa jira.

    Haleellaa hidhattootni mootummaa fi finxaaleyyiin naannoo Amaaraa Faannoon Amajjii 16, 2024 Godina Wallagga Bahaa Ona Amuruu keessatti ummata irratti raawwatan ilaalchisuun gaaffii fi deebii jiraataa Ona Amuruu waliin

    READ MORE
  • Sudaan Hariiroo IGAD Waliin Qabdu Addaan Kutuu Ibsite; Itophiyaan Walgahii IGAD Irratti Argamuu Akka Hin Dandeenye Hubachiiste.

    Sudaan Hariiroo IGAD Waliin Qabdu Addaan Kutuu Ibsite; Itophiyaan Walgahii IGAD Irratti Argamuu Akka Hin Dandeenye Hubachiiste.0

    • ODUU
    • January 17, 2024

    Sudaan murtee kana kan murteessite walgahii adda ta’e IGAD osoo mootummaa Sudaan dursee hin beeksisin qopheessee fi marii kana irratti hogganaa hidhattoota Sudaan walgahii Kaampaalaatti geggeeffamu kana irratti afeeruu hordofee akka ta’e maddeen gabaasaniiru.

    READ MORE

Latest Posts

SBO