Search Results For ''

  • Haleellaan xayyaaraa ummata nagaa irratti fudhatamu itti fufeera; lammiilee nagaan 8 ol ta’an Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.

    Haleellaan xayyaaraa ummata nagaa irratti fudhatamu itti fufeera; lammiilee nagaan 8 ol ta’an Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.0

    • ODUU
    • December 25, 2023

    Lammiilee nagaan 8 ol ta’an Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.

    READ MORE
  • SBO MUDDE 22, 2023

    SBO MUDDE 22, 20230

    Guutummaa golee Oromiyaa keessatti waraanni murna Biltsiginnaa dargaggoota humnaan qabuun gara mooraa leenjii waraanaatti geessaa jira. Dargaggoon miliqee harkaa baafate SBOtti waan dubbate qaba.

    Godina Matakkalitti mootummaan PP waraana bifa haaraan ummata irraatti banee dhiibbaa fi dhiittaa guddaa dhaqqabsiisaa jira jechuun jiraattonni komataa jiru. Komii jiraattonni kaasan irratti jiraataa Godina Matakkal Obbo Margaa Tolosaa waliin SBOn marii taasiseera. Kutaa jalqabaatu dhihaata.

    READ MORE
  • SBO MUDDE 20, 2023

    SBO MUDDE 20, 20230

    ODUU, Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee Bahaa Ona Sawweenaatti Dhibeen Koleeraa ka’uun gandoota hedduu keessatti namoota baay’ee miidhuun wal qabatee haala rakkoo godia Kibba Bahaa keessa jiru irratti marii SBOn Jaal Hundee Daraaraa waliin godhe kutaa 2ffaa fi isa dhumaa,

    Ajjechaa jumlaa Godinoota Oromiyaa keessatti deemsisamaa jiru ilaalchisuun Ijoo Dubbii ABOn tibbana baasee fi deebii gama mootummaa fi dhaabaan jiru irratti hundaawuun marii SNN Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa 2ffaa fi isa dhumaa

    READ MORE

Latest Posts

SBO