Search Results For ''

  • SBO MUDDE 11, 2023

    SBO MUDDE 11, 20230

    Haala Nageenyaan walqabatee Guutumma Goleelee Oromiyaa keessatti dhiibbaa fi dhiittaa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti rakkoo lixa Oromiyaa Godina Wallaggaa Lixaa Onoota gara garaa keessatti tahaa jiran irratti marii jiraataa Ona Qondaalaa Obbo Dagaagaa Barii waliin taasisame

    Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa

    READ MORE
  • SBO MUDDE 08, 2023

    SBO MUDDE 08, 20230

    ODUU, Du’aan boqotuu Aadde Urgee Dinagdee ilaalchisuudhaan xiqqummaa irraa hanga guddummaa isheetti kan itti dhiheenyaan ishee beeku Jaal Maaramaa Fufaa waliin gaaffii fi deebii taasisame,

    Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO MUDDE 06, 2023

    SBO MUDDE 06, 20230

    ODUU, Ibsa ABO, Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa jalqabaa

    READ MORE

Latest Posts

SBO