๐†๐จ๐๐ข๐ง๐š ๐๐ฎ๐ฎ๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ž๐๐๐ž๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข ๐ง๐š๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐›๐š๐ฅโ€™๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ก๐ข๐๐ก๐š๐ฆ๐š๐ง, ๐Œ๐š๐ง๐š ๐Œ๐ฎ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐ข๐ก๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฆ๐ง๐ž ๐ญ๐šโ€™๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐š๐ซ๐š๐ฆ๐ž.

Hidhaa Godina Buunnoo Beddellee

Akka maddeen SBO gabaasanitti Godina Buunnoo Beddellee Ona Daaphoo keessaa lammiileen Oromoo baayโ€™een badii takkaan maleetti bulchiinsa sirna Bilxiginnaan qabamanii kan hidhamaa jiran yoo taโ€™u, kanneen amma dura hidhamanis mana murtiitti osoo hin dhiheeffamin baatilee lakkoobsisaa jiran. Lammiileen Oromoo Waajjira Poolisii Ona Daaphootti hidhamanii jiran kunniin:

1) Obbo Taakkalaa Gammachuu โ€“ Osoo mana murtiitti hin dhihaatin jiโ€™oota 5f kan hidhamee jiru,

2) Dargaggoo Shibbiruu Alamuu โ€“ Jiโ€™oota 3f kan hidhaa jiruu fi mana murtiitti kan hin dhihaatne,

3) Obbo Amsaaluu Biraanuu โ€“ Jiโ€™oota 2f kan hidhaa jiruu fi mana murtiitti kan hin dhihaatne,

4) Obbo Darajjee Suutumaa โ€“ Jiโ€™a 1

5) Dargaggoo Kennasaa Alamaayyoo โ€“ Jiโ€™a 1

6) Dargaggoo Baabbulaa Tsaggaayee โ€“ Jiโ€™a 1

7) Dargaggoo Gammachuu Xaamxoo โ€“ Jiโ€™a 1

8) Shibbiruu Dheeressaa

9) Dargaggoo Galataa Taayyee

10) Wanduu Baqqalaa

11) Taaddalee Haayiluu

12) Wayyeessaa Taarikuu

13) Eliyaas Masarat

14) Waaqjiraa Balfaa

15) Amaanuโ€™eel Ballaxee

16) Adaanee Guddataa fi

17) Caalii Obsaa

Namootni jiโ€™a tokkoo hanga jiโ€™oota shaniitti mana hidhaa keessatti argaman kunniin yeroo garagaraatti kan qabamanii hidhaman taโ€™uunis barameera.

Bulchitootnii fi kaabinootni sirna Bilxiginnaa lammiilee Oromoo kana hiisisuu keessaa harka qaban bulchaa Ona Daaphoo Baahiruu Ballaxee, Marsiimoโ€™i Raggaasaa, Indaalee Ittafaa, Tamasgeen Raggaasaa fi Biraanuu Galaan kanneen jedhaman taโ€™uu oduun SBO dhaqqabe ni hubachiisa.

SBO
ADMINISTRATOR
PROFILE

Posts Carousel

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR

Most Commented

Featured Videos

Categories

SBO