Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO MUDDE 15, 2023

    SBO MUDDE 15, 20230

    ODUU, 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐚 𝐒𝐮𝐮𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐊𝐚𝐧 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐏𝐏 𝐃𝐫.𝐀𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐢 𝐀𝐡𝐦𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐟𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐚 – 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐀𝐝𝐝𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 (𝐀𝐁𝐎),

    Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa xumuraa

    READ MORE
  • SBO MUDDE 13, 2023

    SBO MUDDE 13, 20230

    ODUU, Ijoo Dubbii ABO, Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa

    READ MORE
  • SBO Mudde 11,2022

    SBO Mudde 11,20220

    ODUU fi Qophiilee Haala yeroo irratti fuulleffatan

    READ MORE
  • SBO MUDDE 11, 2024

    SBO MUDDE 11, 20240

    SBO MUDDE 11, 2024

    READ MORE
  • SBO MUDDE 11, 2023

    SBO MUDDE 11, 20230

    Haala Nageenyaan walqabatee Guutumma Goleelee Oromiyaa keessatti dhiibbaa fi dhiittaa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti rakkoo lixa Oromiyaa Godina Wallaggaa Lixaa Onoota gara garaa keessatti tahaa jiran irratti marii jiraataa Ona Qondaalaa Obbo Dagaagaa Barii waliin taasisame

    Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa sadaffaa

    READ MORE
  • SBO Mudde 09,2022

    SBO Mudde 09,20220

    ODUU
    Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
    Gabaasa Hiriira mormii Barattoota/Qeerroo Oromoo fi
    Aaf-gaaffii jiraataa magaalaa Guttin/Guutee

    READ MORE
SBO