Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO GURAANDHALA 05, 2024

    SBO GURAANDHALA 05, 20240

    ODUU, Ibsa ABO fi Marii Hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin godhame kutaa 3ffaa fi isa dhumaa

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 29, 2023

    SBO FULBAANA 29, 20230

    Oduu, Ajjechaa waraanni PP finxaaleyyii Faannoon walta’ee ummata irratti geggeessu, dhimma Hoggantootaa fi Qondaalota ABO mana hidhaa jiranii fi kkf irratti marii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO J/Lammii Gammachuu waliin godhame, akkasumas weerara poolisootni naannoo Somaalii Harargee Bahaa Ona Baabbilee irratti banan kan ilaaluun Aaf-gaaffii jiraataa onichaa waliin geggeeffame…

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 27, 2023

    SBO FULBAANA 27, 20230

    Oduu, Mana hidhaa Awaash Arbaa baafamee erga ajjeefamee waggaa guutuun isaa kan reef dhaga’amuu fi miidiyaalee hawaasaa gubbaa naannawaa jiru du’a Sabboonaa Oromoo Iyyaasuu Muhaammad adda baafachuuf SBOn obboleettii fi haadha warraa isaa dubbisee jira.

    Mootummaan ummataan hin filatamne, hangamuu waadaa seenu xumurri isaa Abbaa Irrummaa ti.

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 25, 2024

    SBO FULBAANA 25, 20240

    SBO FULBAANA 25, 2024

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 25, 2023

    SBO FULBAANA 25, 20230

    Oduu, Qorattoonni komishiinii mirga namoomaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii yakkoonni waraanaa fi namoomaa Oromiyaa dabalatee naannoolee Itophiyaa biroo keessatti raawwatamuu irra gaheera jechuun torban darbe kana qorannoo geggeesse ifa godhee jira. Kana irratti kan fuulleffate qophii qindaa’ee fi marii Dr.Makbib Gabayyoo fi Dr.Tasfaayee Raggaasaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo waliin godhan irraa kan fudhanne kutaa xumuraa

    READ MORE
  • SBO FULBAANA 23, 2024

    SBO FULBAANA 23, 20240

    SBO FULBAANA 23, 2024

    READ MORE
SBO