Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO GURRAANDHALA 03, 2025

    SBO GURRAANDHALA 03, 20250

    Haala yeroo irratti marii Qondaalota ABO waliin

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 02, 2024

    SBO GURRAANDHALA 02, 20240

    ODUU, Du’aan boqotuu miseensa gameessa ABO Jaal Mokonnin Galaan ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO, Dhimmoota adda addaa fi Haalota yeroo irratti marii hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin godhame kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 01,2023

    SBO GURRAANDHALA 01,20230

    Hospitaalotni magaalaa Finfinnee Afaan Oromoo dubbachuu dadhabuu isaanii irraa dhukkubsattootni afaan kana dubbatanii fi Afaan Amaaraa hin beekne akkaan rakkachuu fi balaa hamaaf saaxilamuu qorannoon geggeessame tokko ifa gochuu BBCn gabaaseera. Haalli Oromoota Godina Walloo maal keessa jira? Waan jiraataan godinichaa dubbatu…

    READ MORE
  • SBO GURAANDHALA 28, 2024

    SBO GURAANDHALA 28, 20240

    Oduu, Komiishinii Marii Biyyoolessaa sirna PP irratti waan qindaa’ee fi Marii Obbo Asfawuu Tuunee waliin godhame

    READ MORE
  • SBO GURAANDHALA 26, 2024

    SBO GURAANDHALA 26, 20240

    ODUU, Ajjeechaa Luboota Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa (EOTC) Kan Ilaaluun Waamicha Qorannoo Walabaa – Ibsa ABO, Ajjechaa jimlaa fi suukanneessaa Kaaba Oromiyaa, Wallotti ilmaan Oromoo irra gahe

    READ MORE
  • SBO GURAANDHALA 23, 2024

    SBO GURAANDHALA 23, 20240

    ODUU, Ibsa ABO fi Leenjii Barsiisotaa jechuun kan dhiheenya sirni PP irratti seenaa Oromoo xiqqeesse ilaalchisuun marii hirmaataa leenjichaa tokko waliin geggeessine

    READ MORE
SBO