Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO HAGAYYA 07, 2023

    SBO HAGAYYA 07, 20230

    ODUU, Haala yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO fi Miidhaa Saba Oromoo fi Haala Rakkoo Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa duraa

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 04, 2023

    SBO HAGAYYA 04, 20230

    ODUU, Gargaarsa midhaan nyaataa addaan kutuun miidhamtoota si’a lama adabuu fi duuti mana miliyoonotaa akka seenuuf carraa banuu dha; mata duree kana jalatti akka ijoo dubbiitti barruu qophaa’e Addis Standard irraa argannee fi Kibb-baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa keessatti maqaa WBO deggertu jedhuun ummatni gaaga’amaa jira. Kana irratti namoota dubbisne qabna.

    READ MORE
  • SBO HAGAYYA 02, 2023

    SBO HAGAYYA 02, 20230

    ODUU, Qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi Dinagdee fi Qabeenya irratti hubannaa ummata Oromoo kan jedhu xiinxala Jaal Ayyaanaa Goobanaa kutaa lammaffaa fi xumura

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 26,2023

    SBO GURRAANDHALA 26,20230

    ODUU, Rakkoo uumamaa fi nam-tolcheen lammiileen Oromoo qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqa’an rakkoo ulfaataa keessa jiru. Dhimmi isaaniis xiyyeeffannaa dhabee jira. Kana irratti waan jennu qabna.

    Haala Beelaa Oromiyaa keessaa irrattis kan jennu qabna.

    Tigraayiin walqabatee rakkoo Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti dhalate ilaalchisuun waan qopheessannes qabna.

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 19,2023

    SBO GURRAANDHALA 19,20230

    ODUU, Waldhabbii Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti uumameen walqabatee, Sinodosiin Oromiyaa dhaabbatuun ni yaadatama. Rakkoo kana furuuf karaa MM Itophiyaa Dr.Abiy Ahmediin araarri dhiibbaan guutame bu’eera jedhamus dubbichi furmaata xumuraa hin arganne. Kana irratti gabaasa BBC irraa arganne qabna. Haalli Beelaa Kibba Oromiyaa Godina Booranaa haalaan hammaateera. kana irratti gaaffii fi deebii Art.Ummuu Booranaa waliin goonee jirra.

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 15,2023

    SBO GURRAANDHALA 15,20230

    Ummatni keenya Godinoota Oromiyaa garagaraa irraa gogiinsaa fi beelaan waxalamaa jira. Addatti Oromoon Booranaa gogiinsa isa mudateen beela hamtuuf saaxilameera. Mootummaan Bilxiginnaa beela kanaaf osoo gurra hin laatne, qamadiin alatti erga jedhee shubbisa.

    READ MORE
SBO