Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO GURRAANDHALA 14, 2025

    SBO GURRAANDHALA 14, 20250

    SBO GURRAANDHALA 14, 2025

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 12,2023

    SBO GURRAANDHALA 12,20230

    𝐌𝐢𝐫𝐠𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐮’𝐮𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐮.
    Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo – Gurraandhala 11,2023
    Marii Haala Yeroo Irratti Hayyuu Siyaasaa Obboo Jamaal Ganamoo Waliin Taasifame: Ibsoota Sinoodosii ilaallatanii Qaamota Adda Addaatin bahan akkasumas Siyaasaa Biyyattii fi hegeree Jiru.

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 12, 2025

    SBO GURRAANDHALA 12, 20250

    SBO GURRAANDHALA 12, 2025

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 08,2023

    SBO GURRAANDHALA 08,20230

    SBO GURRAANDHALA 08,2023. ODUU fi Haala yeroo irratti marii YouTube Channel SNN Hayyoota Oromoo lama waliin taasise keessaa kan fudhatame

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 05,2023

    SBO GURRAANDHALA 05,20230

    ODUU, Oromoota Walloo cabsuuf, lafa isaanii irraa buqqisuu fi kuffisuuf duulli baroota hedduuf irratti geggeessame; weerarri dhihoo kanaas itti fufuma kanaa ti. Kana irratti kan fuulleffate TOOFTAA ITTIIN WALLOO CABSAN….
    Godina Wallagga Bahaa magaalaa Aannoo keessatti tibbana waraanni mootummaa Bilxiginnaa dargaggoota 15 ol ajjeeseera; jiraataan magaalattiis kana mirkaneesse.

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 03,2023

    SBO GURRAANDHALA 03,20230

    Weerrarrii fi babal’fannaan daangaa golee Oromiyaa irratti bifa qinda’een gaggeefamaa jiru Oromoo fi Oromiyaa diiguuf kan akeekkate tahuutti akka hubatu Waldaan Hawaasa Oromoo naannawa Jibuutii beeksise. Weerara Koleeraa Oromiyaa fi Naannawa Somaaleetti Dhalate ilaalchisuun gabaasa UN

    READ MORE
SBO