Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Sirni Awwaalchaa Jaal Mo’iboon Baqqalaa raawwatameera.
READ MORE
Mootummaan kun karaan qabatee jiru kan yaakkaa, dhiigi ummata nan bulcha jedhuu akka bishaanii gadi naqaa jiru kun kan isa gaafachiisu ta’uu hubachiisa. Rakkoo siyaasaa humna waraanaan furuuf yaaluun, ummata nagaa boombiin haleeluun muddama jiru daran yoo hammeesse malee furmaata fidu kan hin qabne ta’uun har’as ejjennaa ABO ti.
READ MORE
Ajjechaan Oromiyaa keessatti raawwatamu hammaate
READ MORE
Mootummaan Bilxiginnaa sochii WBO daangessuu ykn if booda deebisuu akeeka jedhuun, tarkaanfii diroonii godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti hammeessaa kan jiru yoo ta’u, gocha kanaanis, ummata nagaa homaatuu quba hin qabne, bakka baay’atanii jiraatan, gandeenii fi magaalota keessatti, bakka gabaatti haleeluudhaan dhibbootaan ajjeesuun gocha faashistummaa fi yakka waraanaa raawwatuu irratti argama.
READ MORE