Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • SBO AMAJJII 31, 2024

    SBO AMAJJII 31, 20240

    ODUU, Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti marii hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin adeemsisame kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 29,2023

    SBO AMAJJII 29,20230

    Marii YouTube Channeliin Waadaa Miidiyaa jedhamu Dhimma Amanti fi Siyaasaa gidduu kana irratti Dr.Qosxee Abdiisaa waliin godhe…As keessatti weerara Oromoo Walloo irrati deemaa jiru irratti fuulleffata.

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 29, 2024

    SBO AMAJJII 29, 20240

    ODUU, Kaabinootnii fi kaadirootni sirna PP Godina Walaggaa Lixaa Onoota Begii fi Qondaalaa keessaa ummata walgahii waamuun doorsisaa jiran.
    Akka jiraataan Ona Begii SBOtti himetti, Labsii Qeerroon Bilisummaa Oromoo labseen walqabatee, sababa ummanni bakka bakkatti qabeenyaa isaa sodaa nageenyaaf jecha sochoosuu dideef sodaachifamaa jira. Dhimma kana irratti Gaaffii fi deebiin jiraataa Ona Begii kana waliin geggeessine oduutti aanee isiniif dhihaata.

    Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin marii geggeessinee jirra.

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 27,2023

    SBO AMAJJII 27,20231

    Walloo Aatsonni dadhaban, Harcaatonni Sirna Aatseewwanii hin danda’an!

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 26, 20240

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 25,2023

    SBO AMAJJII 25,20230

    Oromoota Walloo Irratti Lolli Qindaawaan Banamuun Lubbuu fi Qabeenyi Ummataa Badaa Jiraachuu Ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO – Amajjii 24,2023

    READ MORE
SBO