Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo



ODUU, Dhalachuu ABO fi Deemsa Qabsoo Waggoota 50 + Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Ona Gadab Hasaasaa ganda Coofira Kaakkaatti ummati nagahaa maqaa WBOtiin adamsaa jiraachuun hiraarfamaa jira. Kanaan wal qabatee abboota amantaa fi abboota gadaa jedhamanii kanneen mootummaan bobbaasetu kaabinee fi kaadire waliin ummata keenya hiraarsaa jira jechuun jiraattonni naannoo komii dhiheessaa jiran. Marii dhimma kana irratti SBOn jiraattoota Ona Gadab Hasaasaa waliin taasise kutaa jalqabaa.
READ MORE
ODUU, Yaalii ajjechaa miseensa hogganaa ABO duranii Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo irratti raawwatame ilaalchisee Ibsa ABO fi Dhimma yaalii ajjechaa kana sababeeffachuun marii miidiyaan SNN Dr.Baaroo Qannoo waliin taasise irraa kan fudhatame…
READ MORE
Qabiyyee: ODUU, Gabaasa OCHA fi Haala Godinoota Horroo Guduruu Wallaggaa fi Baha Wallaggaa
READ MORE
