Gaaffiin Bu’uuraa fi Jalqabaa Sabaa fi Sab-lammoota, Ummatoota Itoophiyaa Gaaffi Nagaa Waaraa fi Tasgabbii Sabatiinsa Qabu Argachuu ti. Ijoo Dubbii ABO0
- IJOO DUBBII
- February 13, 2024
Ummaticha ofitti deebisuu fi deggersa irraa argachuuf kan yaadame ta’u illee, waan fayyadu miti. Isaan irraa deggersa argachuuf waan isaan barbaadan raawwataa fi afaan itti mi’aawaa, warra madaa qabu ammoo madaa isaanii wawwaraanuun dogoggora guddaa dha.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo











