• SBO GURRAANDHALA 02, 2024

    SBO GURRAANDHALA 02, 20240

    ODUU, Du’aan boqotuu miseensa gameessa ABO Jaal Mokonnin Galaan ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO, Dhimmoota adda addaa fi Haalota yeroo irratti marii hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin godhame kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • Du’aan Boqachuu Miseensa Gameessa Adda Bilisummaa Oromoo Jaal Mokonnin Galaan Ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO

    Du’aan Boqachuu Miseensa Gameessa Adda Bilisummaa Oromoo Jaal Mokonnin Galaan Ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO0

    Jaal Mokonnin Galaan Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfamu keessatti qooda fudhataniin bu’uureffamuu ABO irraa eegalanii qooda qabsoo bahachaa turaniiru. Dirqama dhaabaa ofitti fudhatuun hojjechaa turan.

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 31, 2024

    SBO AMAJJII 31, 20240

    ODUU, Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti marii hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin adeemsisame kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 29, 2024

    SBO AMAJJII 29, 20240

    ODUU, Kaabinootnii fi kaadirootni sirna PP Godina Walaggaa Lixaa Onoota Begii fi Qondaalaa keessaa ummata walgahii waamuun doorsisaa jiran.
    Akka jiraataan Ona Begii SBOtti himetti, Labsii Qeerroon Bilisummaa Oromoo labseen walqabatee, sababa ummanni bakka bakkatti qabeenyaa isaa sodaa nageenyaaf jecha sochoosuu dideef sodaachifamaa jira. Dhimma kana irratti Gaaffii fi deebiin jiraataa Ona Begii kana waliin geggeessine oduutti aanee isiniif dhihaata.

    Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin marii geggeessinee jirra.

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 26, 20240

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 24, 2024

    SBO AMAJJII 24, 20240

    ODUU, Tarkaanfii Suukaneessaa Waraanni Paartii Biltsiginnaa Itti Gaafatamummaan Itti Hin Dhagahamne Oromiyaa Keessatti Ummata Nagaa Irratti Fudhatu Yakka Ilma Namummaa Irratti Kan Raawwatamee dha. Ibsa ABO

    Namoota torbanoota darban keessa Ona Begii keessatti ajjeefaman keessaa tokko Obbo Abdulkarim Fufaa ti. Mucayyoon Obbo Abdulkarim kan amma biyya Sa’ud Arabiyaatti argamtu shamarree Iftuu Abdulkarim waa’ee ajjeefamuu abbaa ishee irratti SBO waliin gaaffii fi deebii gootee jirti.

    READ MORE

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
SBO