𝐌𝐢𝐫𝐠𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐮’𝐮𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐐𝐚𝐛𝐮.0
- IBSOOTA
- February 12, 2023
Qaamoleen dantaa siyaasaa isaanii gaggeeffachuuf Bataskaana Tewahidoo Ortodoksii Itoophiyaa golgaa fi gola godhatan akka jiran Addi Bilisummaa Oromoos tahe lammiileen Oromiyaa sirriitti beeku. Kun ammoo yeroo ammaa kanatti Finfinnee keessatti jeequmsaa fi hokkorri akka ka’uuf sababa ta’aa jira. Dhaabaa fi garee siyaasaa kam iyyuu, amantii akka golgaa fi meeshaatti fayyadamuudhaan dantaa siyaasaa ofii milkeeffachuuf dhimma itti bahan gadi jabeesinee balaaleffanna.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo











