Dhibee Dugdaan qabamee kan dhukkubsataa jiru J/Kennasaa Ayyaanaa Diiskiin Dugdaa miidhamuun barame.0
- ODUU
- February 17, 2023
Dhiibbaa Dhiigaa, Sukkaaraa fi Kilostiroliin mana hidhaa keessatti kan hiraaraa jiru Jaal Kennasaan, amma immoo Diiskiin dugdaa rakkoo godhatuun haala hamtuu keessatti waan argamuuf, J/Kennasaan hidhaa irraa ba’ee akka waldhaanamuuf kanneen dhimmi ilaaluu fi hawaasni Oromoo bakka jiru hundaa sagalee ta’uufii akka qabu, sirna PP irratti dhiibbaa akka godhu dhaamsa dabarsina.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












