Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Jaal Damisee Kabbadaa Sardaa akka mana hidhaatii bahaniin, wayta ABOn EPRDF waliin waliigaltee godhee Mootummaa Cahumsaa keessa yeroo seenu dhaabatti dabalamanii dirqama itti kenname bahachuutti seenan. Akka kanaan kursii mana maree (paarlamaa) ABOf kennametti ABO bakka bu’uun muudaman.
READ MORE
Waldaan Gargaarsa Oromoo ORAn ummata keenya Godina Booranaa Hongee fi Beelaan miidhamaa jiraniif gargaarsa godhe.
READ MORE
ODUU, Du’aan boqochuu Jaal Qannoo Shiboo irratti Ijoo Dubbii ABO fi caaseffama haaraa magaalotaa fi Onoota irratti mootummaan naannoo Oromiyaa diriirse irratti mormii ummataa Gujii keessatti uumamee jiru irratti gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin deemsisame
READ MORE
Bara 2018 wayta Hogganni ABO gara biyyaatti deebi’u, simannaa Jila ABO Onkoloolessa 06,2018 magaalaa D.Doollootti godhame kanneen adda durummaan qindeessaa turan keessaa isaan tokko turan.
READ MORE
Kanaan alatti Obbo Qannoo Shiboo dhimma hawaasaa keessatti gorsaa, qajeelchaa fi ulfaataa jaarsa biyyaa turan kan jedhan jiraattotni magaalaa D.Doolloo, Odaa guddaa, utubaa fi dagaleetu nu irraa boqote jechuun jaalala isaan hawaasa keessatti qaban mul’isaniiru.
READ MORE
ODUU, Hongee fi Beela Godina Booranaa irratti ibsa dhugaa irraa fagaate mootummaan naannoo Oromiyaa kennaa jiru irratti gabaasa qindaa’e, Hongee Godina Booranaa fi Siyaasa Bilxiginnaa fi Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa
READ MORE