Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Haalli ummanni keenya gama Kaabaa; Godinni Walloo keessa jiru hedduu yaaddessaa dha.
READ MORE
Weerrarrii fi babal’fannaan daangaa golee Oromiyaa irratti bifa qinda’een gaggeefamaa jiru Oromoo fi Oromiyaa diiguuf kan akeekkate tahuutti akka hubatu Waldaan Hawaasa Oromoo naannawa Jibuutii beeksise. Weerara Koleeraa Oromiyaa fi Naannawa Somaaleetti Dhalate ilaalchisuun gabaasa UN
READ MORE
Himatni osoo irratti hin banamin, kaaniif ammoo mirgi wabii eegameefii osoo jiruu, namootni kunniin himata tokko malee akkasumatti hidhamanii mana hidhaa keessa teessifamaa jiraachuu abukaatoon qondaalota ABO hidhaa jiranii Obbo Tuulii Baay’isaa yaada BBCf kennan kanaan addeessaniiru.
READ MORE
Hospitaalotni magaalaa Finfinnee Afaan Oromoo dubbachuu dadhabuu isaanii irraa dhukkubsattootni afaan kana dubbatanii fi Afaan Amaaraa hin beekne akkaan rakkachuu fi balaa hamaaf saaxilamuu qorannoon geggeessame tokko ifa gochuu BBCn gabaaseera. Haalli Oromoota Godina Walloo maal keessa jira? Waan jiraataan godinichaa dubbatu…
READ MORE
Marii YouTube Channeliin Waadaa Miidiyaa jedhamu Dhimma Amanti fi Siyaasaa gidduu kana irratti Dr.Qosxee Abdiisaa waliin godhe…As keessatti weerara Oromoo Walloo irrati deemaa jiru irratti fuulleffata.
READ MOREObbo Taakkalaa Uumaa Washington DC. keessatti itti roorrisame
READ MORE