Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Abbaan Gadaa Aagaa Xanxanoo Ni Boqotan
READ MOREBulchitootni mootummaa kun gandoota 33 Ona Laga Hidhaa keessatti argaman irratti dirqamaan maallaqa humna ummataan ol ta’e murteessuun saamaa fi boossisaa jiru jedhu maddeen keenya.
READ MORE
Godina Wallagga Bahaa Ona Giddaa Ayyaanaatti haleellaa haaraa tibbana humna goolessituu/finxaaleyyii Amaaraan raawwatameen lammiileen Oromoo 12 ajjeesamuu BBCn qondaala bulchiinsa naannoo sanii waabeffachuun gabaaseera.
READ MORE
Former Tanzanian Chief Justice Mohamed Chande Othman who has been appointed to chair the Commission of Human Rights Experts on Ethiopia.
READ MORE
ODUU
Aaf-gaaffii Miseensa SHG-ABO J/Dr.Shiggux Galataa waliin kutaa 1ffaa

Imalli gara naannoolee Lixa Oromiyaa walitti bu’iinsaan miidhaman hundatti akka hin taasifamne gorsa. Kunis Godinoota Qeellam Wallaggaa, Wallagga Lixaa, Buunnoo Baddallee, Wallagga Bahaa, Horroo Guduruu Wallaggaa, Naannolee Gaambeellaa fi Benishaangul Gumuz ni dabalata jedha ibsi Ministeera Dhimma Alaa Norwey
READ MORE