Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo
Контентные статьи Реальные часы потоковой Подлинность Простота Ставки альтернативы Проживание казино онлайн предлагает участникам концепцию подлинности и начала фонда, не предлагаемой моделями азартных игр. Внутри Shamble относительно Minate Card для водоворота рулевого колеса Black Jack участники могут увидеть все меры в правильных часах. Ваша открытость помогла приобрести целостность плюс лояльная платформа Pro на рынке игры.
READ MORE
Addi Bilisummaa Oromoo waa’ee nageenya hidhamtoota kanneeniif yaaddoo ulfaataa keessa seenee jira.
READ MORE
Ummanni Oromoo Oromiyaa fi addunyaa mara jiraatu karaa danda’ame hundaan karaa nagaa fi seera qabeessa ta’een gocha hammeenyaa fi jal’inaa kana dura akka dhaabbatu, mormuu fi balaaleffatu cimsinee gaafanna.
READ MOREHogganootni, miseensotnii fi deggertootni dhaabota adda addaa akkasumas sab-boontotnii fi ummatni Oromoo maatii Jaal Battee Urgeessaa qaamaan achitti argamuun jajjabeessuu itti fufaniiru. Ebla 12, 2024 Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa, hogganootnii fi qondaalotni, akkasumas miseensotni ABO fi Miseensotni Gumii Waloo Jaarmiyaalee Siyaasaa Finfinnee kan Obbo Mulgeetaan durfamu mana Jaal Batteetti argamuudhaan maatii isaa jajjabeessaniiru. Guyyaa
READ MORE
Jaal Battee Urgeessaa fi qarayyoo ilmaan sabaa ajjeefamanii haqni isaanii dhokfameef qaama walabaa hin baabsinee fi qaamota mirga dhala namaaf dhaabbataniin qoratamee bu’aan firii isaa nuufis ta’e ummata Oromoo fi ilmaan cunqurfamoo maraaf ifa akka ta’u jabeessinee gaafanna
READ MORE
ODUU, Ijoo Dubbii ABO – Seenaa Gabaabaa Jaal Battee Urgeessaa fi Marii Jaal Dr.Raggaasaa Oljirraa waliin
READ MORE