Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

𝐌𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐊𝐨𝐫𝐞𝐞 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐂𝐞’𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐳𝐞𝐞𝐱𝐞𝐬𝐬𝐢𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐎𝐍𝐍 𝐥𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐚𝐫’𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚𝐧. Miseensotni Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa galmee Qaasim Abdullaahii jalatti himataman namootni 17 gaazzexeessitoota ONN lama dabalatee guyyaa har’aa Onkoloolessa 07,2022 ALItti 27/01/2015 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Calcaliitti dhihaataniiru. Mirgi wabii isaan gaafatan hanga ammaatti kan hojii irra hin
READ MORE
𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐆𝐮𝐮𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮 Erga dhihoo kanaa Godinoota Oromiyaa garagaraa keessaa dargaggoota humnaa fi gowwoomsaa maallaqaan gara mooraa leenjii waraanaatti guuruun bal’inaan mul’ataa jira. Kan nama ajaa’ibu garuu ijoolleen waggaa 14 fi 15 illee hin caalle duula dargaggoota humnaan gara mooraa waraanaatti guuruu caasaa sirna Bilxiginnaan geggeessamaa jiru kana keessatti argamu. Godinoota Oromiyaa keessaa Godinni Jimmaa
READ MORE𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗻𝗶 𝗤𝗲’𝗲𝗲 𝗳𝗶 𝗤𝗮𝗯𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗾𝗾𝗮’𝗲, 𝗔𝗺𝗺𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗗𝗲𝗴𝗴𝗲𝗿𝘀𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗮 [SBO – ONKOLOOLESSA 06,2022] Weerara waraana mootummaa Bilxiginnaa fi Faannoo harka lafa jalaan gamtaa uumanii isa weeraraniin qe’ee fi qabeenya isaa irraa buqqa’ee magaalotaa fi bakkoota adda addaatti kan faca’ee dirree irratti hafan lammiileen Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ammallee deggersa lammii barbaadu. Haa ta’u
READ MORE
𝐒𝐚𝐛𝐚𝐛𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐗𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐣𝐣𝐞𝐞𝐬𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐇𝐢𝐝𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐭𝐢
READ MORE