Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

ODUU, Kaabinootnii fi kaadirootni sirna PP Godina Walaggaa Lixaa Onoota Begii fi Qondaalaa keessaa ummata walgahii waamuun doorsisaa jiran.
Akka jiraataan Ona Begii SBOtti himetti, Labsii Qeerroon Bilisummaa Oromoo labseen walqabatee, sababa ummanni bakka bakkatti qabeenyaa isaa sodaa nageenyaaf jecha sochoosuu dideef sodaachifamaa jira. Dhimma kana irratti Gaaffii fi deebiin jiraataa Ona Begii kana waliin geggeessine oduutti aanee isiniif dhihaata.
Dhimmoota adda addaa fi haalota yeroo irratti hayyuu Oromoo Dr.Dassaalenyi Nagarii Guyyoo waliin marii geggeessinee jirra.
READ MORE
ODUU, Tarkaanfii Suukaneessaa Waraanni Paartii Biltsiginnaa Itti Gaafatamummaan Itti Hin Dhagahamne Oromiyaa Keessatti Ummata Nagaa Irratti Fudhatu Yakka Ilma Namummaa Irratti Kan Raawwatamee dha. Ibsa ABO
Namoota torbanoota darban keessa Ona Begii keessatti ajjeefaman keessaa tokko Obbo Abdulkarim Fufaa ti. Mucayyoon Obbo Abdulkarim kan amma biyya Saโud Arabiyaatti argamtu shamarree Iftuu Abdulkarim waaโee ajjeefamuu abbaa ishee irratti SBO waliin gaaffii fi deebii gootee jirti.
READ MORE
We call upon the responsible organ of the UN to investigate the type and extent of the poison gas used in Oromiya in general and those places mentioned above in particular. ย
READ MORE
Addatti gosa Summii dhimma itti bahamaa jiru UN qoratee adda baasuu dirqama itti qaba jennee amanna.
READ MORE
ODUU fi Qophiilee garagaraa
READ MORE