All Posts

  • SBO SADAASA 10, 2023

    SBO SADAASA 10, 20230

    Ajjeechaa Suukaneessaa Lixa Oromiyaa godina Wallaggaa Lixaa Ona Gimbii ganda Gaccii jedhamutti abbaa fi Ilma Waraanni Mootummaa ajjeesee fi Kaaba Oromiyaa Godina Addaa Wallootti tibbana lola finxaaleyyiin Amaaraa Fannoon ummata irratti taasisuun Lubbuu namoota hedduu galaafatuu fi hedduu madeessuu irratti gaaffii fi deebii SBOn jiraattota naannoo waliin taasise,

    Sadaasa 04, 2023 sirni eebba Kitaaba Jaalle Lammii Beenyaa karaa Zoomiitiin geggeeffamuun isaa ni yaadatama. SBOs sirna eebbaa kanaa ilaalchisee gabaasaalee qindeesse kutaa duraa fi lammaffaa isinii dhiheessuun kan yaadatamu. Sagantaa harโ€™aa keessatti ammoo kutaa sadaffaa fi isa dhumaa…

    READ MORE
  • SBO SADAASA 08, 2023

    SBO SADAASA 08, 20230

    Oduu, Sadaasa 09, guyyaa yaadannoo FDG waggaa 18ffaa guyyaa borii yaadatamee oolu ilaalchisuun qophii qindaaโ€™e; Sirna eebba kitaaba Jaal Lammii Beenyaa Sadaasa 04, 2023 karaa toora interneetaa Zoomiin geggeeffame irratti hundaaโ€™uun gabaasa qindaaโ€™e kutaa lammaffaa

    READ MORE
  • SBO SADAASA 06, 2023

    SBO SADAASA 06, 20230

    Oduu, Sadaasa 09, guyyaa yaadannoo FDG waggaa 18ffaa ilaalchisuun qophii qindaaโ€™e; Sirna eebba kitaaba Jaal Lammii Beenyaa Sadaasa 04, 2023 karaa toora interneetaa Zoomiin geggeeffame irratti hundaaโ€™uun gabaasa qindaaโ€™e kutaa jalqabaa.

    READ MORE
SBO