Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Kanneen ajjeefaman keessaa 32 barattoota yoo taโan, 20 ol kan taโan ammoo ummata irraa taโuun ibsameera.
READ MORE
ODUU, Dhalachuu ABO fi Deemsa Qabsoo Waggoota 50 + Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Ona Gadab Hasaasaa ganda Coofira Kaakkaatti ummati nagahaa maqaa WBOtiin adamsaa jiraachuun hiraarfamaa jira. Kanaan wal qabatee abboota amantaa fi abboota gadaa jedhamanii kanneen mootummaan bobbaasetu kaabinee fi kaadire waliin ummata keenya hiraarsaa jira jechuun jiraattonni naannoo komii dhiheessaa jiran. Marii dhimma kana irratti SBOn jiraattoota Ona Gadab Hasaasaa waliin taasise kutaa jalqabaa.
READ MORE
ODUU, Yaalii ajjechaa miseensa hogganaa ABO duranii Jaal Dr.Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo irratti raawwatame ilaalchisee Ibsa ABO fi Dhimma yaalii ajjechaa kana sababeeffachuun marii miidiyaan SNN Dr.Baaroo Qannoo waliin taasise irraa kan fudhatameโฆ
READ MORE
Mootummaan Noorwey biyya isaa keessatti lammii isaanii, miseensa keenya roorriftootaan yakki ulfaataan kun guyyaa saafaa irratti raawwatame qoratee, buโaa qorannoo isaa akka ifoomsu Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n abdii qaba; ย abdiinis eega.
READ MORE
Dr Degafa is a peaceful person who serviced his fellow Norwegian citizens and the Oromo people for decades through his professional career as a medical doctor.
READ MORE
