Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

ODUU, Miidhaa ulfaataa ummata Oromoo irra gahaa jiru, addatti hidhaa fi ajjechaa jumlaa, maqaa WBO waliin hidhata qabduun dhiheenya kana Kibba-baha Oromiyaa Godinoota Arsii fi Baalee keesdsatti waraana Biltsiginnaan ummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru irratti marii Hoogana ABO Godina Kibbaa-bahaatti argaman Jaal Hundee Daraaraa waliin goone…
READ MORE
Oduu, Ajjechaa jumlaa waraanni sirna Biltsiginnaa tibbana Godina Lixa Wallaggaa Ona Gidaamii keessatti amantoota irratti raawwate ilaalchisee gaaffii fi deebii jiraataa naannoo waliin taasisamee fi Marii SNN dhimma Hiree Murteeffannaa irratti Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa fudhatame kutaa sadaffaa fi isa xumuraa
READ MORE
Oduu, Seenaa gabaabaa qabsaโaa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu Sadaasa 26, 2023 boqotee fi dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
READ MORE
ODUU, Duโaan boqotuu qabsaโaa fi sabboonaa Oromoo Jaal Abdurrazzaaq ykn Abbee Abbaa Biyyaa Abbaa Diiduu ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO, Dhimma Hiree Murteeffannaa ilaalchisee Dr.Baaroo Qannoo tibba darbe kana miidiyaa SNN waliin marii godhanii turan. SBOn marii kana irraa kan fudhate kutaa jalqabaa xumura qophii isaa godhatee jira.
READ MORE
Jaal Abbeen, Bara 2018 wayta hogganni Adda Bilisummaa Oromoo gara biyyaa deebiโeen booda, bobbaa jila ABO Godina Jimmaatti taasifameef koree simannaa keessatti adda durummaan sochoโee qooda mulโataa kenneera.
READ MORE
Suuraaleen suukanneessoo taโan maxxansuun rakkisaa taโe nu dhaqqabe irraa hubachuun akka dandaโametti haleellaa xayyaaraa kanaan ijoolleen barattoota taโan haala suukanneeysaan miidhamaniiru. Miidhaa olaanaa qaama isaanii irra gaโe ilaaluun ni ulfaata.
READ MORE