Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Lammiilee nagaan 8 ol taโan Ona Guduruu keessatti haleellaa xayyaaraa mootummaan Biltsiginnaa raawwateen ajjeefaman.
READ MORE
Guutummaa golee Oromiyaa keessatti waraanni murna Biltsiginnaa dargaggoota humnaan qabuun gara mooraa leenjii waraanaatti geessaa jira. Dargaggoon miliqee harkaa baafate SBOtti waan dubbate qaba.
Godina Matakkalitti mootummaan PP waraana bifa haaraan ummata irraatti banee dhiibbaa fi dhiittaa guddaa dhaqqabsiisaa jira jechuun jiraattonni komataa jiru. Komii jiraattonni kaasan irratti jiraataa Godina Matakkal Obbo Margaa Tolosaa waliin SBOn marii taasiseera. Kutaa jalqabaatu dhihaata.
READ MORE
ODUU, Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee Bahaa Ona Sawweenaatti Dhibeen Koleeraa kaโuun gandoota hedduu keessatti namoota baayโee miidhuun wal qabatee haala rakkoo godia Kibba Bahaa keessa jiru irratti marii SBOn Jaal Hundee Daraaraa waliin godhe kutaa 2ffaa fi isa dhumaa,
Ajjechaa jumlaa Godinoota Oromiyaa keessatti deemsisamaa jiru ilaalchisuun Ijoo Dubbii ABOn tibbana baasee fi deebii gama mootummaa fi dhaabaan jiru irratti hundaawuun marii SNN Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa 2ffaa fi isa dhumaa
READ MORE
ODUU, Kibba Baha Oromiyaa Godina Baalee Bahaa Ona Sawweenaatti Dhibeen Koleeraa kaโuun gandoota hedduu keessatti namoota baayโee miidhuun wal qabatee haala rakkoo godia Kibba Bahaa keessa jiru irratti marii SBOn Jaal Hundee Daraaraa waliin godhe kutaa 1ffaa,
Ajjechaa jumlaa Godinoota Oromiyaa keessatti deemsisamaa jiru ilaalchisuun Ijoo Dubbii ABOn tibbana baasee fi deebii gama mootummaa fi dhaabaan jiru irratti hundaawuun marii SNN Dr.Dassaalenyi Guyyoo waliin godhe irraa kan fudhanne kutaa jalqabaa
READ MORE
ODUU, ๐๐จ๐๐ก๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐๐ฆ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐๐ง ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ฆ๐ฎ ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ ๐๐ซ.๐๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐๐ก๐ฆ๐๐๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐ – ๐๐ฃ๐จ๐จ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ (๐๐๐),
Marii Waadaa Miidiyaan mata duree Oromootu wal lola moo, sirnatu Oromoo lola jedhu jalatti Dr.Dassaalenyi Guyyoo fi Dr.Kostee Abdiisaa waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa xumuraa
READ MORE