Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Nyamar, Gindabaratii fi naannoo san irra xayyaarri waraanaa MIIGII jedhamu marsaa jiraachuullee oduun kun dabalee hubachiisa.
READ MORE
ODUU, Bitootessa 8 (March 8) Guyyaa Dubartoota Addunyaa ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO akkasumas du’aan boqochuu Jaal Damisee Kabbadaa Sardaa irrattis Ijoo Dubbii ABO
READ MORE
Ummanni Oromoo aadaadhaan dubartootaaf kabajaa fi bakka olaanaa qaba.
READ MORE
Jaal Damisee Kabbadaa Sardaa akka mana hidhaatii bahaniin, wayta ABOn EPRDF waliin waliigaltee godhee Mootummaa Cahumsaa keessa yeroo seenu dhaabatti dabalamanii dirqama itti kenname bahachuutti seenan. Akka kanaan kursii mana maree (paarlamaa) ABOf kennametti ABO bakka buโuun muudaman.
READ MORE
Waldaan Gargaarsa Oromoo ORAn ummata keenya Godina Booranaa Hongee fi Beelaan miidhamaa jiraniif gargaarsa godhe.
READ MORE
ODUU, Du’aan boqochuu Jaal Qannoo Shiboo irratti Ijoo Dubbii ABO fi caaseffama haaraa magaalotaa fi Onoota irratti mootummaan naannoo Oromiyaa diriirse irratti mormii ummataa Gujii keessatti uumamee jiru irratti gaaffii fi deebii jiraataa tokko waliin deemsisame
READ MORE