Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Mootummaan federaalaa ibsa kaleessa galgala baaseen humna addaa naannolee gara caasaa nageenyaatti galchuuf hojjechaa akka jiru ibsee, kana hojiitti hiikuuf sochii naannoo Amaaraatti jalqabe irratti danqaa/gufuun isa mudatuu hubachiiseera.
READ MORE
Gocha waraana biyya alaa afeeruudhaan hammeenya Tigraayi keessatti raawwatan ammas irra deebi’uudhaan raawwachuuf deemamu kana ummanni Oromoo fi ummatootni Itoophiyaa marti akka dura dhaabbatanii fi balaaleffatan Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n ammas gadi jabeessee dhaama.
READ MORE
OLF Statement on Ethiopian and Eritrean New Military Pact
READ MORE
Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15nii ilaalchisuun qophii gabaabaa Gootota Wareegamtoota Oromoo jedhu jalatti qindeessamee fi gaaffii fi deebii jiraataa Godina Shaggar Bahaa Ona Booset waliin godhame.
READ MORE
Waan taheef, Ummanni Oromoo hayyoota/elitoota Amaaraa hookkara uumanii Finfinnee irratti ibidda qabsiisuun gaaga’amaa fi jeequmsa uumuuf dhaadatan irraa ofii fi magaalota isaa (Finfinnee fi kanneen biroo) akka tiksu waamicha taasise.
READ MORE