Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

SBO GURRAANDHALA 08,2023. ODUU fi Haala yeroo irratti marii YouTube Channel SNN Hayyoota Oromoo lama waliin taasise keessaa kan fudhatame
READ MORE
ODUU, Oromoota Walloo cabsuuf, lafa isaanii irraa buqqisuu fi kuffisuuf duulli baroota hedduuf irratti geggeessame; weerarri dhihoo kanaas itti fufuma kanaa ti. Kana irratti kan fuulleffate TOOFTAA ITTIIN WALLOO CABSAN….
Godina Wallagga Bahaa magaalaa Aannoo keessatti tibbana waraanni mootummaa Bilxiginnaa dargaggoota 15 ol ajjeeseera; jiraataan magaalattiis kana mirkaneesse.

Weerarri Koleeraa yeroo jalqabaatiif Hagayya 27, 2022 Godina Baalee Ona Harannaa Bulluqitti eegaluudhaan gara godinoota waldaangessan Arsii Lixaa Ona Nansaboo fi Godina Gujii akkasumas Ona Liibanitti babal’atuu OCHAn ifa godhe.
READ MORE
Haalli ummanni keenya gama Kaabaa; Godinni Walloo keessa jiru hedduu yaaddessaa dha.
READ MORE
Weerrarrii fi babal’fannaan daangaa golee Oromiyaa irratti bifa qinda’een gaggeefamaa jiru Oromoo fi Oromiyaa diiguuf kan akeekkate tahuutti akka hubatu Waldaan Hawaasa Oromoo naannawa Jibuutii beeksise. Weerara Koleeraa Oromiyaa fi Naannawa Somaaleetti Dhalate ilaalchisuun gabaasa UN
READ MORE