Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Oduu, 𝗜𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗝𝗮𝗹𝗮𝗮𝗻 𝗨𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗠𝗲𝗲𝘀𝗵𝗮 𝗠𝗮𝗹𝗲𝗲𝘆𝘆𝗶𝗶 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗟𝗼𝗹𝗮 𝗟𝗮𝗯𝘀𝘂𝘂𝗻 𝗔𝗮𝗻𝗴𝗼𝗼𝗻 𝗦𝗶𝘆𝗮𝗮𝘀𝗮𝗮 𝗠𝘂𝗿𝗻𝗶 𝗕𝗶𝗹𝘁𝘀𝗶𝗴𝗶𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗲𝗲𝗿𝗲𝗳𝗳𝗮𝘁𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝘁𝘂! Ijoo Dubbii ABO akkasumas Marii Miidiyaan SNN Itti Aanaa Hayyu-Duree ABO duraanii Jaal Bultum Biyyoo waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa tokkoffaa…
READ MORE
– Sirna yaadannoo J/Mo’iboon Baqqalaa
– Haala Ona Mettaa Walqixxee fi kkf

Oduu, Waldaan Gargaarsa Oromoo (ORA)n torban darbe kana gara Lixa Wallaggaa Ona Begiitti sossohuun ummata beelaa fi weerara dhibee busaan miidhamaa jiruuf gargaarsa godhee deebi’eera. Dhimmuma kana irratti hundaa’uun SBOn dura ta’aa waldichaa Obbo Addunyaa Keessaa waliin gaaffii fi deebii godhee jira.
READ MORE

Oduu, Ajjechaa Oromiyaa keessaa irratti Ibsa ABO, Weerara Busaa fi Beela Lixa Wallaggaa irratti marii Injineer Daani’eel Gammadaa (Kara Deemaa) waliin goone kutaa lammaffaa fi isa dhumaa
READ MORE
Seenaa Jaal Mo’iboon Baqqalaa fi Aaf-Gaaffii jaala isaa yeroo dheeraa
READ MORE