Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


BAGA AYYAANA IRREECHAAN ISIN GAHE! KAN NAGAA FI GAMMACHUU HUNDUMAAF HAA TA’U!
Oduu, Ayyaana Irreechaa ilaalchisee qophii qindaaee fi Haala Baqattoota Oromoo biyya Sudaan Khartoum ilaalchisee gaaffii fi deebii baqataa achii waliin goone kutaa lammaffaa fi isa xumuraa
Sagantaa SBO kan Onkoloolessa 05,2022
READ MORE
Oduu, Godinoota Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa keessatti weerarri dhibee busaa namoota baay’ee galaafataa jira. Ummatni godinoota kanneen keessa jiraatu haala ulfaataa keessatti kufee jira. Hir’inni nyaataa itti dabalamee lakkoobsi namoota du’aa jiranii haalaan dabaluun bal’inaan gabaafamaa jira.
Gaaffii fi deebii Itti gaafatamaa Sab-quunnamtii ABO Jaal Lammii Gammachuu waliin kutaa lammaffaa fi isa xumuraa
READ MORE


ODUU,
Bittoota Itophiyaa kaleessaa fi PP har’aa gidduu garagarummaan hin jiru.
Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa