Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo


Oduu, Du’aan boqotuu Art.Halloo Daawwee ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO, Ajjechaa waraanni PP ummata irratti raawwate, Haala Beelaa fi Weerara dhibee Busaa Lixa Wallaggaa irratti marii Inj.Daani’eel Gammadaa (Kara Deemaa) waliin godhame
READ MORE


Oduu, Cuunfaa Leenjii Adda Bilisummaa Oromoo caaasaa adda addaa marsaa jahaan kennamaa ture irratti Ibsa ABO, qormaata kutaa 12 ykn seensa yunversitii kan bara kanaa barattoota hedduu qabxii dhabsiiseef sababaan maali kan jedhu irratti SBOn qondaala dhaabaa J/Girmaa Nagaasaa waliin marii godhe…
READ MORE
