Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
  • Miseensotni Hogganaa ABO Mana Hidhaatti Argaman Dagatamuu Hin Qaban!

    Miseensotni Hogganaa ABO Mana Hidhaatti Argaman Dagatamuu Hin Qaban!0

    ABOn KAAYYOO dha. Kaayyoon kun ammoo Oromoota miliyoonota hedduu keessatti mana ijaarrateera. Kan hojii ABO hojjetu kumaa kitila. Warri hidhaa fi ajjechaa akka furmaataatti fudhatanii ABO irratti xiyyeeffatuun ganamaa galgala shiran abadan hin milkaa’an.

    READ MORE
  • MISEENSOTA ABO HIDHUU FI HIDHAA BAASANII BAL’EESSUUN ITTI FUFEERA

    MISEENSOTA ABO HIDHUU FI HIDHAA BAASANII BAL’EESSUUN ITTI FUFEERA0

    Miseensota ABO Hidhuu fi Hidhaa Baasanii Bal’eessuun Itti Fufeera J/Abbishuu Dagaagaa, bakka bu’aa ABO Ona Dugdaa bakka itti hidhamee ture Waajjira Poolisii Maqii irraa Fulbaana 29,2022 baasanii bakka hin beekamnetti akka geessan gabaasameera. Haaluma walfakkaatuun J/Cinqaa Obsee, bakka bu’aa jaarmaa ABO Ona Booraa bakka jalqaba itti hidhan Waajjira Poolisii Ona Dudaa irraa namoota 4 waliin

    READ MORE
  • Miseensi Gumii Sabaa ABO J/Hundee Daraaraa Sirna PPn Hidhame

    Miseensi Gumii Sabaa ABO J/Hundee Daraaraa Sirna PPn Hidhame0

    • ODUU
    • January 20, 2023

    Mootummaan Paartii Bilxiginnaa miseensota ABO adamsee hidhuu kan itti fufe yoo ta’u, Amajjii 19,2023 kaleessa galgala sa’aa 7:00 ykn ALItti sa’aa 1:00 irratti miseensa GS-ABO J/Hundee Daraaraa mana isaatii qabuun hidhee jira

    READ MORE
  • Miseensa gameessa ABO kan turan maanguddoon Oromoo Obbo Qannoo Shiboo du’aan addunyaa irraa boqotan.

    Miseensa gameessa ABO kan turan maanguddoon Oromoo Obbo Qannoo Shiboo du’aan addunyaa irraa boqotan.0

    Kanaan alatti Obbo Qannoo Shiboo dhimma hawaasaa keessatti gorsaa, qajeelchaa fi ulfaataa jaarsa biyyaa turan kan jedhan jiraattotni magaalaa D.Doolloo, Odaa guddaa, utubaa fi dagaleetu nu irraa boqote jechuun jaalala isaan hawaasa keessatti qaban mul’isaniiru.

    READ MORE
  • Mirga Sabootni Qabsoo Isaaniin Argatan Sharafuuf Yaaluun Ibidda Hin Dhaamne Qabsiisuu Dha.

    Mirga Sabootni Qabsoo Isaaniin Argatan Sharafuuf Yaaluun Ibidda Hin Dhaamne Qabsiisuu Dha.0

    Aggaammiin kun utubaalee sirna federaalaa sabdaneessaa kanneen ta’an mirga birmadummaa sabootaa, mirga hiree ofii ofiif murteeffachuu, hundeeffama naannolee afaanii fi eenyummaa bu’ureeffate, mirga sabaan gurmaa’uu fi kanneen biroo bu’uuraan diiguuf kan kaayyeffate akka ta’e jaarmoleen mirga ummatoota isaaniif falmanii fi hayyootni Oromoo amma irraa mormii cimaa dhimma kana irratti qaban mul’isaa jiran.

    READ MORE
  • Miniplay bally tech オンライン スロット comのDeadまたはLive Onlineゲーム0

    ブログ Bally tech オンライン スロット – 非アクティブな場合はリアルタイムDOSスロット(netent) 亡くなったものまたはリアルタイム2のポジション 商品35故人で亡くなった別の方法:Xtreme 2 CGC 9.4 Microsoft Xbox 360 Console 360​​Deadまたはリアルタイム:Xtreme 2 CGC 9.4 Microsoft Xbox 360 Console お金の指示2 ボールプレーヤーは、優れたロビーを探して、ロビーを演奏したり、ロビーを演じたりするのに役立ちます。レセプションを作成するプレイヤーは、優れた詩の一致で苦労するかどうかを制御できます。そうしないと、タグの問題が一致します。 bally tech オンライン スロット Webサイトが再生されると、ボールプレーヤーがインターネットのバトル内を争うことができます。ボールプレーヤーは、家族のメンバー、または地域内または世界中の誰かと戦う選択肢があります。フレッシュエンデュランスとチームコンペティションマッチは、他の種類のスーツ能力が向かい合っていて、戦いにタグを付けることができます。 真新しい勝利は最初のリールに行われなければならず、あなたは左に残るかもしれません。最良のことは、ゲームをデスクトップ、メモ帳、デバイスで取得できることです。

    READ MORE
SBO