Waraana Hin Xumuramne Xumura Itti Goonaan Ummata Nagahaa Garajabeenyaan Lafa Irraa Fixuun Dhaabbachuu Qaba!0
- IBSOOTA
- August 13, 2023
Paartiin Biltsiginnaa aangoo siyaasaa humnaan dhuunfatetti dhimma bahee karaa nagahaan rakkoo dhalche furuu hanqannaan, lola xumuruu hin dandeenyetti seeneen, waggoota shanan kana guutuu maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) bal’eessuu jedhuun akkuma ifatti dhaadatan, “Qurxummii bal’eesuuf madda bishaanii gogsuu dha” jedhan, Ummata Oromoo waraana irraa jalaan irratti bananiin lubbuu qulqullootaa hedduu galaafataniiru. Ammas ummata nagahaa itti gaafatamummaa hanqachuun if qusannaa tokko malee fixaa jiru.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












