Lixa Oromiyaatti jiraattonni 800,000 ta’an gaaga’ama namoomaatiif saaxilamanuu OCHAn gabaase.0
- ODUU
- May 26, 2023
OCHAn ibsa Caamsaa 25, 2023 kaleessa baaseen, rakkoo nageenyaa bara 2020 eegalee tureen walqabatee gaaga’amni namoomaa Lixa Oromiyaa keessumaa godinoota Bahaa fi Lixa Wallaggaatti hammaataa dhufuu hubachiise.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo











