Marii Imaammata cehumsa haqaa kanneen morman paartileen mormitootaa walgahii addaan kutanii bahan.0
- ODUU
- March 11, 2023
Walgahii marii Imaammata cehumsa kana kan qopheesse Garee Ogeessota Imaammata Cehumsa Haqaa ta’uun kan ibsame yoo ta’u, akeekni marichaa galtee imaammata cehumsa haqaaf walitti qabuu kan jedhu akeekkatee akka ta’etu himame.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












