Seenaa Gabaabaa Jaal Damisee Kabbadaa Sardaa0
- IJOO DUBBII
- March 7, 2023
Jaal Damisee Kabbadaa Sardaa akka mana hidhaatii bahaniin, wayta ABOn EPRDF waliin waliigaltee godhee Mootummaa Cahumsaa keessa yeroo seenu dhaabatti dabalamanii dirqama itti kenname bahachuutti seenan. Akka kanaan kursii mana maree (paarlamaa) ABOf kennametti ABO bakka bu’uun muudaman.
READ MORE
Sagalee Bilisummaa Oromoo












