All Posts

  • Somaaliyaan Itophiyaa irratti waraana banuuf dhaadachuun dhaga’ame.

    Somaaliyaan Itophiyaa irratti waraana banuuf dhaadachuun dhaga’ame.0

    • ODUU
    • January 15, 2024

    Itophiyaan Somalilaandiif beekamtii kan kennituu fi buufata doonii kan ijaarrattu yoo ta’e Somaaliyaan waraana eegaluuf qophaa’uu gorsaan piresidaantii Somaaliyaa dubbatan

    READ MORE
  • SBO AMAJJII 08, 2024

    SBO AMAJJII 08, 20240

    Waliigaltee buufata galaanaa mootummaa PP fi mootummaa Somaliland gidduutti irra gahameen walqabatee muddama dhalateen, baqattoota Oromoo fi kanneen biroo Somaaliyaa jiran irra miidhaan akka hin geenye, eeggannoon godhamuufii akka qabu, muddamni siyaasaa haaraan dhalate kunis yeroo fi hatattamaan furmaata karaa nagaa argachuu akka qabuuf qaamotni dhimmi ilaalu hundi irratti hojjechuu akka qaban, Waajjirri Damee Hariiroo Alaa ABO ibsa Amajji 07, 2024 baaseen gaafatee jira.

    Kaaba Oromiyaa Godina Walloo keessatti lola bal’aa finxaaleyyiin Faannoo fi loltootni mootummaa PP Oromoo Walloo irratti bananii jiraniin walqabsiisee ABOn Ijoo Dubbii Amajjii 05, 2024 baaseen Lola deddeebiin ummata keenya irratti banamee lubbuu qulqullootaa galaafatuuf kan itti gaafatamu mootummaa PP ti jedheera.

    READ MORE
  • SBO AMAJJI 03, 2024

    SBO AMAJJI 03, 20240

    ODUU, Godina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Ona Hoorroo Bulluqitti finxaaleyyiin Amaaraa babal’ifannaa lafaa fi saamicha qe’ee fi qabeenya Oromoof bobba’an qonnaan bulaa Obbo Taaddalaa Tarfaasa gaafa 19, 05, 2016 A.L.I tti bakka loon isaa bobbaafatee jirutti ajjeesanii akka biraa deeman ilmi isaanii Abbabaa Taaddalaa SBOtti himee jira.

    Gaaffii fi deebii miseensa hoogganaa ABO Jaal Dhugaasaa Bakakkoo waliin goone kutaa lammaffaa fi xumura

    READ MORE
  • Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2024

    Dhaamsa ABO Bara Haaraa 20240

    Addi Bilisummaa Oromoo haala walxaxaa fi ulfaataa akka dhaabaattis tahe akka ummatatti ummatni Oromoo fi lammiileen Oromiyaa keessa jiran, gidiraa fi roorroo itti aggaamamee jiru irra aanuuf furmaanni gatii qabsoon gaafatu mara baasnee kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo, dimokraasii fi walqixxummaa fiixa baasuuf qabsootti jabaachuu fi finiinsuu qofa akka ta’e irra deebiin hubachiisa.

    READ MORE
  • Ammas Ajjeechaan Gara Jabinaan Ummata Nagaa Irratti Deemaa Jiru Dhaabbachuu Qaba! Ijoo Dubbii – ABO

    Ammas Ajjeechaan Gara Jabinaan Ummata Nagaa Irratti Deemaa Jiru Dhaabbachuu Qaba! Ijoo Dubbii – ABO0

    Osoo ummatni keenya dabaa fi cubuun akka baalaa harca’aa jiruu hamilee ittiin cal’isnee ilaalluu fi bira dabarru waan hin qabneef, ummatni keenya bal’aan darbees hawaasni idil addunyaa fi falmitootni mirga dhala namaa mootummaa PP dhiiga ummataan harka dhiqataa jiru kana gama hundaan dhiibbaa akka irratti godhan ABOn ammas gadi jabeessee yaamicha isaa dhiheessa.

    READ MORE
  • SBO MUDDE 27, 2023

    SBO MUDDE 27, 20230

    ODUU, Ijoollee Umriin Isaanii Waraanaaf Hin Geenye Lolaaf Qopheessuun Mootummaa PP, Gaafatamni Kan Itti Hin Dhaga’amne Ta’uu Isaa Mul’isa – Ibsa ABO,

    Biyya Abbaa Irree Malee Mootummaan Ummataa Hin Jirre Keessatti Ummanni Akka Baalaatti Harca’a – Ijoo Dubbii ABO

    READ MORE

Latest Posts

Top Authors

  • SBO
    ADMINISTRATOR
SBO