Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Sulultaa, Caancootti Waaqeffattootni jumlaan hidhaman
READ MORE
Murteen boordichi Adda Bilisummaa Ummata Tigraayi (ABUT) beekamtii dhoowwachuu fi paartilee siyaasaa biyyattii keessaa haquuf dabarse “kan fudhatama hin qabnee dha” jechuun mootummaa ce’umsaa ijaaramee fi waliigaltee waraana dhaabuu mallatteeffame irratti miidhaa geessisaa jedhamme.
READ MORE
ODUU, Rakkoo Baqattoota Oromoo Biyya Sudaan, Kabaja GGO Edmenten Kanadaa…
READ MORE
Guyyaan Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo Edmenten, Kanadaatti Yaadatamee oole
READ MORE
BBC News Afaan Oromoo fi Addis Standard gabaasaalee madaalawoo kan ummata keenyaaf dhiheessaa turanii fi jiran ta’uun kan hin haalamne ta’ullee, Adda Bilisummaa Oromoo ilaalchisuun gabaasni tibbana dhiheessan garuu dogoggorootaan kan guutaman, seenaa dhaabichaa jal’isuu fi waliin dhahuun kan guutaman ta’uutti hubatama.
READ MORE