Irreecha Hora Finfinnee Irratti Namootni 184 Ol Ta’an Hidhattoota Mootummaa Bilxiginnaan Hidhaman
- IBSOOTA, IJOO DUBBII, ODUU
- February 6, 2015
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Weerara Dhibee Busaa Oromiyaa keessatti Ummata fixaa jiru…
READ MORE
Miseensotni ABO buleeyyiin du’aan addunyaa kana irraa boqotan
READ MORE
Keessumaa Onoota Abuunaa Gindabaratii fi Gindabarat keessatti yakki ulfaataan ummata irratti raawwatamaa jiru akkaan hamaa dha. Jumlaan hidhuu, qabeenya saamuu fi manneen ummataa barbadeessuun dalagaa hidhattootaa fi kaabinoota PP ta’ee jira.
READ MORE
Haleellaan Qilleensaa Gujiitti ummata galaafate
READ MORE
Kibba-baha Oromiyaa keessatti maqaa “Shanee deggertu” jedhuun waraanni, milishaan, poolisni, kaabinee fi dabballeen mootummaa PP roorroo fi gidiraa hamaa ummata irraan gahuu itti fufaniiru. Hidhuun, ajjeesuun, manaa fi qabeenya ibiddaan gubanii barbadeessuun hojii guyya guyyaa hidhattoota mootummaa PP Godina Kibba-baha Oromiyaa erga ta’ee bubbuleera. Keessumaa mana ummataa qabeenya waliin gubanii barbadeessuun babal’ateera.
READ MORE
Keessumaa erga guyyoota 11 as Bahaa fi Lixa Shaggar keessatti waraanni, miliishaan, poolisootnii fi gaachana sirnaa kan jedhaman ummata nagaatti bobba’uun yakka ulfaataa kan raawwataa jiran yoo ta’u, waraanni mootummichaa RIB jedhamu ammoo meeshaalee gugurdaa fi baranee qe’ee ummataa keessatti dhukaasuun lubbuu namoota hedduu dhabamsiisaa, qabeenya barbadeessaa fi lammiilee kumootaan qe’ee irraa buqqisaa jira.
READ MORE