North Sea oil industry faces dire future
- Uncategorized
- December 25, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Suuraaleen suukanneessoo ta’an maxxansuun rakkisaa ta’e nu dhaqqabe irraa hubachuun akka danda’ametti haleellaa xayyaaraa kanaan ijoolleen barattoota ta’an haala suukanneeysaan miidhamaniiru. Miidhaa olaanaa qaama isaanii irra ga’e ilaaluun ni ulfaata.
READ MORE
Kanneen ajjeefaman keessaa 32 barattoota yoo ta’an, 20 ol kan ta’an ammoo ummata irraa ta’uun ibsameera.
READ MORE
Mariin Hidha Laga Abbayyaa sababeeffatee biyyoota sadan gidduutti deemaa ture ni fashale
READ MORE
Fulbaana 20 2023 Godina Wallaggaa Lixaaa Ona Ganjii ganda Busanuu Qawusootti hidhattoonni mootummaa PP sababa tokkoon alatti Obbo Yuusuf Moosisaa nama jedhaman rasaasa itti roobsanii akka ajjeesan maddeen SBO gabaasanii jiru.
READ MORE
Obbo Galatoo Burqaa du’aan addunyaa kana irraa darban
READ MORE
Jaal Gadaa Gabbisaa haala ulfaataa keessa jiraachuu kan ibsu oduun nu gahe, qoricha dhibee tiruu fudhataa jiru irraa ykn waan dhibii haa ta’uu waan adda bahe ifa ta’uudhaa baatus, rakkoo Onneef saaxilamee akka jiru garuu doktoorri isaa mirkaneessuu hubachiisa.
READ MORE