Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Hidhamtoota Siyaasaa Irratti Gocha Hammeenyaa Dhala Namaaf Hin Malle Raawwachuu fi Dhaabbataalee Seera Qabeessa taโan Xureessuun Mallattoo Mootummaan Abbaa Irree Ittiin Beekamuu dha.
Gaggeessitootaa fi Qondaaltota Isaa Achiin Buuteen Isaanii Dhabame Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo
READ MORE
Sarbiinsi mirga namoomaa gaggeessitoota isaa irratti raawwatamu daran jabaatee kan itti fufee jiru taโuu Addi Bilisummaa Oromoo ABOn ummata Oromoo yaadachiisuu barbaada. Hoogganoota isaanii fi lammiilee isaanii sarbama akkasii irraa eeguun gaโee fi itti gaafatamummaa ummata Oromoo ti.
READ MORE
The OLF reminds the Oromo people that the rights abuses of its leaders have continued unabated. It only rests on their shoulder to protect their leaders and fellow citizens from such violations.
READ MORE
Ebla 15 GGO irratti Haasaa HD ABO Jaal Daawud Ibsaa taasisan
READ MORE
Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15 ilaalchisee Ibsa ABO fi Walaloo guyyaa kana ilaallatu Jaal.Mikaa’el Booranaan arma dura qindaa’e irra deebiin…
READ MORE
Harโa illee kaayyoo kanaaf wareegama gugurdaatu kafalamaa jira. Ilmaan Oromoo hedduun qabsoo bilisummaatiif qaamaa hir’atanii, hedduunis maatii fi qabeenya isaanii itti dhabaa jiru. Hogganootaa fi qondaaloti ABO kan keessatti argaman miseensotnii fi sab-boontotni Oromoo kumootaan lakkaโaman manneen hidhaa garagaraa keessatti hiraarfamaa jiru.
READ MORE