Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

ODUU, Mootummaan PP Hogganootaa fi Qondaalota ABO Dabaan Hidhaa Keessatti Gidirsaa Jiru Gadi-dhiisuu Qaba. Ijoo Dubbii ABO, akkasumas Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo ilaalchisee qophii dhihaatu
READ MORE
Humni finxaaleyyii Amaaraa Oromoota Walloo irratti ammas lola bane
READ MORE
Jaarmiyaaleen mirgoota dhala namaaf falman kan naannoo fi Addunyaa akkasumas Hawaasni Addunyaa mootummaa Bilxiginnaa seeraaf hin abboomamne irratti karaa dandaโaniin dhiibbaa akka godhan irra deebiin gaafatna.
READ MORE
Ebla 15 Guyyaa Yaadannoo Gootota Wareegamtoota Oromoo
READ MORE
Hariiroon Mootummoota Ollaa Waliin Taasifamu Lammiileedhaaf Bu’aa Gaarii Argamsiisuu irratti Xiyyeeffachuu qaba. Waliigaltee Waraanaa Haaraa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Ilaalchisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Marii Waadaa Miidiyaan Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin godhe kutaa xumuraa

Mootummaan federaalaa ibsa kaleessa galgala baaseen humna addaa naannolee gara caasaa nageenyaatti galchuuf hojjechaa akka jiru ibsee, kana hojiitti hiikuuf sochii naannoo Amaaraatti jalqabe irratti danqaa/gufuun isa mudatuu hubachiiseera.
READ MORE