All Posts

  • SBO CAAMSAA 05, 2023

    SBO CAAMSAA 05, 20230

    Dhalootni Eessaa Kaโ€™amee Eessa Akka Gaโ€™ame Beekuu, Bakka Gaโ€™amuuf Akeekkatames Hubachuu dha Qaba!
    Dhimma Oromoo Miidiyaalee irraa kan jedhu keessatti Aaf-gaaffii Waadaa Miidiyaan Dr.Raggaasaa Oljirraa waliin godhe kutaa jalqabaa sagantaa keenya darbe keessatti isin dhageessisnee turre itti fufa isaa, kutaa lammaffaatu dhihaata.

    READ MORE
  • SBO CAAMSAA 03,2023

    SBO CAAMSAA 03,20230

    ๐Œ๐š๐ง๐š ๐ก๐ข๐๐ก๐š๐š ๐ƒ๐ฎ๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐๐š๐›๐š๐ซ๐ฌ๐š๐ฆ๐š๐ง ๐‡๐จ๐ ๐ ๐š๐ง๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ง๐ข๐ข ๐Ÿ๐ข ๐๐จ๐ง๐๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐ง๐ข ๐€๐๐Ž ๐ก๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐ข ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š ๐ก๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ญ๐šโ€™๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐ฎ๐›๐š๐ญ๐š๐ฆ๐ž.
    Korri ABO kuta kanaadaa magaalaa Torontooti guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture milkiin xumurame.

    READ MORE
  • Mana hidhaa Dukamitti kan dabarsaman Hoggantootnii fi Qondaalotni ABO haalli fayyaa isaanii kan duraa irra hammaataa taโ€™uun hubatame

    Mana hidhaa Dukamitti kan dabarsaman Hoggantootnii fi Qondaalotni ABO haalli fayyaa isaanii kan duraa irra hammaataa taโ€™uun hubatame0

    Qajeelcha Poolisii Magaalaa Buraayyuutti hidhamanii wayita turan qorra bakkichaa fi haalota adda addaan rakkachaa turuun isaanii gabaafamaa akkuma ture, Dukamittis rakkoo sana irra ulfaataan isaan mudatee akka jirutu hubatame.

    READ MORE
SBO