Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Gocha waraana biyya alaa afeeruudhaan hammeenya Tigraayi keessatti raawwatan ammas irra deebiโuudhaan raawwachuuf deemamu kana ummanni Oromoo fi ummatootni Itoophiyaa marti akka dura dhaabbatanii fi balaaleffatanย Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n ammas gadi jabeessee dhaama.
READ MORE
OLF Statement on Ethiopian and Eritrean New Military Pact
READ MORE
Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 15nii ilaalchisuun qophii gabaabaa Gootota Wareegamtoota Oromoo jedhu jalatti qindeessamee fi gaaffii fi deebii jiraataa Godina Shaggar Bahaa Ona Booset waliin godhame.
READ MORE
Waan taheef, Ummanni Oromoo hayyoota/elitoota Amaaraa hookkara uumanii Finfinnee irratti ibidda qabsiisuun gaaga’amaa fi jeequmsa uumuuf dhaadatan irraa ofii fi magaalota isaa (Finfinnee fi kanneen biroo) akka tiksu waamicha taasise.
READ MORE
Gurmuun jaarmayaalee Oromoo Guutuu Addunyaa 51 of jalatti hammate ibsa Bitootessa 30, 2023 baaseen, dabaa-cubbuu, dhugaa jallisuu, burjaajii uumuu fi seenaa dabsanii akka dantaa isaanii qofa tiksutti dhiyeessuudhaan yakka hamaa leellistoonni sirna Habashaa, hayyoota Amaaraa ofiin jedhan saba Oromoo irratti raawwataa jiran ibsa tibbana baaseen cimsee balaaleffatee jira. Cuunfaa gabaasaa ibsa kanaa qabna.
Gaaffii fi deebii Waadaa Miidiyaan haala yeroo irratti Obbo Ibsaa Fayyisaa waliin taasise irraa kan fudhanne kutaa lammaffaa
READ MORE