All Posts

  • SBO GURRAANDHALA 08,2023

    SBO GURRAANDHALA 08,20230

    SBO GURRAANDHALA 08,2023. ODUU fi Haala yeroo irratti marii YouTube Channel SNN Hayyoota Oromoo lama waliin taasise keessaa kan fudhatame

    READ MORE
  • SBO GURRAANDHALA 05,2023

    SBO GURRAANDHALA 05,20230

    ODUU, Oromoota Walloo cabsuuf, lafa isaanii irraa buqqisuu fi kuffisuuf duulli baroota hedduuf irratti geggeessame; weerarri dhihoo kanaas itti fufuma kanaa ti. Kana irratti kan fuulleffate TOOFTAA ITTIIN WALLOO CABSAN….
    Godina Wallagga Bahaa magaalaa Aannoo keessatti tibbana waraanni mootummaa Bilxiginnaa dargaggoota 15 ol ajjeeseera; jiraataan magaalattiis kana mirkaneesse.

    READ MORE
  • <strong>Weerara Koleeraa Oromiyaa fi Naannawa Somaaleetti Dhalate ilaalchisuun gabaasa UN</strong>

    Weerara Koleeraa Oromiyaa fi Naannawa Somaaleetti Dhalate ilaalchisuun gabaasa UN0

    • ODUU
    • February 3, 2023

    Weerarri Koleeraa yeroo jalqabaatiif Hagayya 27, 2022 Godina Baalee Ona Harannaa Bulluqitti eegaluudhaan gara godinoota waldaangessan Arsii Lixaa Ona Nansaboo fi Godina Gujii akkasumas Ona Liibanitti babalโ€™atuu OCHAn ifa godhe.

    READ MORE
SBO