Find out why this headphone is superb
- SUUR-SAGALEE
- July 6, 2014
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Hongee cimaa waggoota sadan darbaniif Godina Booranaatti mudateen qabeenya beeyladaa miliyoona 7.2 keessaa miiliyoona 3.3 kan duโan yoo taโu, beeyladoota duโan keessaa %85 ammoo loowwan taโun himameera.
READ MORE
ODUU, Waldhabbii Mana Amantaa Orthodoksii Itophiyaa keessatti uumameen walqabatee, Sinodosiin Oromiyaa dhaabbatuun ni yaadatama. Rakkoo kana furuuf karaa MM Itophiyaa Dr.Abiy Ahmediin araarri dhiibbaan guutame bu’eera jedhamus dubbichi furmaata xumuraa hin arganne. Kana irratti gabaasa BBC irraa arganne qabna. Haalli Beelaa Kibba Oromiyaa Godina Booranaa haalaan hammaateera. kana irratti gaaffii fi deebii Art.Ummuu Booranaa waliin goonee jirra.
READ MORE
Dhiibbaa Dhiigaa, Sukkaaraa fi Kilostiroliin mana hidhaa keessatti kan hiraaraa jiru Jaal Kennasaan, amma immoo Diiskiin dugdaa rakkoo godhatuun haala hamtuu keessatti waan argamuuf, J/Kennasaan hidhaa irraa baโee akka waldhaanamuuf kanneen dhimmi ilaaluu fi hawaasni Oromoo bakka jiru hundaa sagalee taโuufii akka qabu, sirna PP irratti dhiibbaa akka godhu dhaamsa dabarsina.
READ MORE
Ummatni keenya Godinoota Oromiyaa garagaraa irraa gogiinsaa fi beelaan waxalamaa jira. Addatti Oromoon Booranaa gogiinsa isa mudateen beela hamtuuf saaxilameera. Mootummaan Bilxiginnaa beela kanaaf osoo gurra hin laatne, qamadiin alatti erga jedhee shubbisa.
READ MORE