Dargaggeessi Ammaaf Maqaan Isaa Hin Baramin Shaashamannee Naannoo Laga “Adventist” Jedhamutti Ajjeessame
- ODUU
- October 4, 2022
Sagalee Bilisummaa Oromoo

Paartiin Biltsiginnaa aangoo siyaasaa humnaan dhuunfatetti dhimma bahee karaa nagahaan rakkoo dhalche furuu hanqannaan, lola xumuruu hin dandeenyetti seeneen, waggoota shanan kana guutuu maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) bal’eessuu jedhuun akkuma ifatti dhaadatan, “Qurxummii bal’eesuuf madda bishaanii gogsuu dha” jedhan, Ummata Oromoo waraana irraa jalaan irratti bananiin lubbuu qulqullootaa hedduu galaafataniiru. Ammas ummata nagahaa itti gaafatamummaa hanqachuun if qusannaa tokko malee fixaa jiru.
READ MORE
ODUU, Haala yeroo irratti Ijoo Dubbii ABO fi Miidhaa Saba Oromoo fi Haala Rakkoo Gaanfa Afrikaa mata duree jedhu jalatti marii Miidiyaan SNN Hayyuu Oromoo Dr.Baaroo Qannoo waliin godhe irraa kan fudhatame kutaa duraa
READ MORE
Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) Ilmaan Isaa Hundaan Tikfamuu Qaba
READ MORE
ODUU, Gargaarsa midhaan nyaataa addaan kutuun miidhamtoota si’a lama adabuu fi duuti mana miliyoonotaa akka seenuuf carraa banuu dha; mata duree kana jalatti akka ijoo dubbiitti barruu qophaa’e Addis Standard irraa argannee fi Kibb-baha Oromiyaa Godina Arsii Lixaa keessatti maqaa WBO deggertu jedhuun ummatni gaaga’amaa jira. Kana irratti namoota dubbisne qabna.
READ MORE
Dureewwan Orthodoksii Naannoo Tigraayi murtii Qulqulluun Sinodoosii Mana Kiristaanaa Orthodoksii Tawahidoo Itophiyaa dabarse akka hin fudhanne beeksisan.
READ MORE
Labsiin yeroo hatattamaa kun akka dabarfamu kan murteeffame aanga’oonni feederaalaa fi naannoo Amaaraa nageenyi naannichaa hidhattoota Faannoon boora’aa jiraachuu ibsuu hordofee akka ta’e maddeen gabaasaniiru.
READ MORE